Bu'uurri Adda Bilisummaa Oromoo rippaablika Oromiyaa ykn Oromiyaa of dandeessee ijaaruuf bara 1973 keessa kaa'ame. Paartilee Itoophiyaa keessatti umrii dheeraa qaban keessaa tokko kan ta'e dhaabni ...