The Minneapolis Community and Technical College (MCTC) will be the first college in the U.S. to offer an Afaan Oromo course this September, the instructor said. Adjunct Instructor Mathias Gudina will ...
Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu ...
Aartii ijoollummaa isaa irraa jaalata. Dandeettiidhaanis hin komatamu. Aartii umamaan qabu barnootaan gabbiifatee, walleewwan Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa hanga jahaatamaa ta'an qajeelcheera.
Authorities in Oromia, Ethiopia’s largest state, have infuriated language experts and Oromo nationalists with their decision to re-arrange the order of the alphabet of the region’s language, Afan ...
Namni kam illee Australiyaaf haaraa tahe afaan dhaloota ofii tikfachuun hangam barbaachisaa akka tahe ni beeka. Afaan aadaa waliin wal qabataa dha. Afaan Abootii Dachee Australiyaas lafaa fi beekumsa ...