Gaa'elli taatee namoota jireenyaan walitti hidhuu fi utubaa ijaarsa hawaasaati. Wayita diigamus akkasuma jiruu fi jireenya dhala namaa mancaasuun hawaasa diiga. Gaa'elli kan hawaasa tokkoo yookiin ...