''Waan siif hin taanerraa abdii muri. Wanti sun mijataa miti bakka nuti yaadne sana hin jiru,'' ergaa jedhu dabarsuufan 'Dhayi jalaa' jechuun wallee haaraa hojjedhe jedha Artist Keekiyyaa Badhaadhaa.
Itoophiyaan turtii waggaafi ji'a afur booda ambaasaaddara haaraa gara Somaaliyaa ergite. Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoo xalayaa muudama isaanii Pirezidantii Somaaliyaa Hasan Sheek Maahimuditti ...