Gaazexessaa Oromia Broadcasting Network (OBN) kan ta'e Seefuu Gurmuu erga hidhamee ji'a tokkoo ol lakkoofsisuu maatiin BBCtti himaniiru. Haati warraa isaa Aadde Turungoo Raggaasaa akka jedhanitti, ...
Miidiyaa Oromiyaa Biroodkastiing Neetwoork- OBN jedhamu damee Godina Arsii keessa kan hojjetu Gaazexeessaa Nageessoo Galchuu Sambata darbe gaafa Fulbaana 24, 2022 magaalaa Asallaatti to'atame. Haati ...