Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n waajira isaa Wiirtuu (Gulallee) Waxabajji 09, 2025 bakka Hoggantoonni Gumii Waloo Paartilee Siyaasaa Damee Finfinnee jiranitti deebisee fudhachuu beksise. Boordiin ...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti tibbana hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo hedduu meeshaa isaanii hiikkachuun mootummaatti harka kennachuu bulchaan Godinichaa BBCtti himan. Fedhiin Israa'el fi ...