''Itoophiyaatti Mootichi Miniliik osoo barnoota ammayyaa hin jalqabiin dura umurii isaa waggaa 10'niin garbummaatti kan gurgurame Daani'eel Dabalaa nama jedhamutu barnoota ammayyaa Itoophiyaatti ...
Magaalaan Niiw Yoork duruu ko’oommattuudha. Wagga waggaan baatii Fulbaanaa keessa garuu jaataniitu itti baay’ata. Kunis Korri Waliigalaa Biyyoota Gamtoomanii (UNGA) waan taasifamufidha. Korri kuni ...
Ibsa waa'ee suuraa, Guyyaa guyyaan addunyarratti namoonni miliyoona tokkoo ol dhukkuba saal-quunamtii wal'aanamuu danda'aniin qabamu. 2 Waxabajjii 2025 Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa jedhutti, ...
Waggaa kurna tokkotti siquuf kan waliin turan gameessi kubbaa miillaa addunyaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo fi Joorjiinaa Roodiriigeez amma qubeelaa godhataniiru. Namoonni bebbeekamoon addunyaa kuneen ...
Xumura Waancaa Addunyaa Kataar irratti taphattoota ga’umsa ajaa’ibsiisaa agarsiisan garuu milkiin biraa fagaatte keessaa tokko - Kiliyaan Mibaappeedha. Mibaappeen sadii galche, irra-deddeebbiin biyyi ...
Kooleejii irraa reef eebbifamtee hojii barbaaduuf qophaa’aa jirtaa? Otooma Kooleejiitii barattuu cinatti shaakallii hojii argachuu feetaa? Hojii kee ammaa irra dalagaa fooyya’aa argachuu barbaadda?
Kaappiteen Aster Ayyaanaa Likkaasaa jedhamti. Koongoo keessatti lubbuu loltoota Ameerikaa dhumaatii irraa oolchuu isheen Humna Galaanarraa US, Humna Lafoo US, Humna Qilleensaa fi Nageenya Biyya ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results