Basaastotni US ji'ootaaf sochii pireezidantii Veenzuweelaa Nikolaas Maaduuroo to'achuu taasisaa turan. Gareen xiqqaa tokko kan madda mootummaa Veenzuweelaa of keessaa qabu namni ganna 63 Maaduuroon ...
Peep Gaardiyoolaan morkiin waancaa Piriimer Liigii bara kanaa kileboota lama, Arsenaalii fi Maanchister Siitii gidduutti tahaa? jedhamee gaafatameera. Garuu gareen isaa qabxii argachuu malan hedduu ...